Ragaan Finffineen guutummaa guututti harka Amaaraa galuuf kaartan jarri heyyama Abiyootiin karoorfatte.kinooti

Ragaan #Finffineen guutummaa guututti harka #Amaaraa galuuf kaartan jarri heyyama Abiyootiin karoorfatte.kinooti
Oromoon maqaan malee mataan irratti mirga akka hin qabne Argaa jirra.inni ardha kana Gochaa jiru Boru oromiyaa Akka dhuunfatu hin shakkin!!
Yaa “”Soogiddaa ofii jettu mi’aawi diddu dhagaa Godhamtee Gatamta,, Inni jedhamu isa kana …

OMN: Haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa irratti (Mud 4, 2020)


Ethiopia: ሰበር – ኢትዮጵያውያን በዋሽንግተን ዲሲ አደባባይ መከላከያውን አሞገሱ | (ቪደዮውን ይዘናል)

good bel salaalee!!!!!!