RAEKING NEWS Waraanni Somaaliyaa dhibbootan lakkaa’aman lola Naannoo Tigiraay irratti hirmaachaa jiraachuun gabaasame!

#BRAEKING NEWS Waraanni #Somaaliyaa dhibbootan lakkaa’aman lola Naannoo Tigiraay irratti hirmaachaa jiraachuun gabaasame!

Kan lolaa jiranis gama Eertiraan loltuu Eertiraatti makamanii ta’uun beekameera.mulluu ishee godha kun hundi waan isheen waggaa 27f galaafatteedhaa!


ODUU Amma Nu Gahe Tigraay Asmaraa Dhahuu fi Waraanni Abiy Maqalee Marse