Oromia: Haga ammaatti kan jiru Raayyaan Wayyaaneen ijaarratte malee Raayyaa Ittisa biyyaa miti. Kanaaf, Raayyaa Weerartuu Wayyaanee-RWW jennee waamuu qabna.

Oromia: Haga ammaatti kan jiru Raayyaan Wayyaaneen ijaarratte malee Raayyaa Ittisa biyyaa miti. Kanaaf, Raayyaa Weerartuu Wayyaanee-RWW jennee waamuu qabna. 

Mudde 20/2018
“Beddellee Daandii Aanaa Deeggaa irraa gara Aanaa Daaboo Hannaa geessudha.”

Kunis raajii dha; walgahii ummata keenya irratti lola labsan akkana jedhanii waamu.
Silas, maqaa hin qabdan; maqaa namaa waamamaa; Galma hin qabdan, Galma hin jirre waamaa!

Mudde 20/2018

Lixa wallaggaa aanaa daallee sadii qeerroon akkas godhe


ODUU GADDAA
=======
ANAA CINAAKSAN 11/4/2011 CINAAKSAN hanga ammatti namooni guyyaa kaleeysaa wareegaman
1 Yahyaa Aliyyii Abdullaa Araadaa biyyoo
2 Husseen Biidhidh Araddaa turqeeyloo
3 Kadar Hassan yaree araddaa turqeeyloo
4 Ziyaad Iftiin Araddaa makkaniisa oromoo
5 Hassan Abdulaa Araddaa turqeylo
Namanni hanaga ammatti madaawan
1 feeysal Gureey araddaa makkaniisa oromoo
2 mahamad ibrqahim araddaa cirriilee
3 kadar imaan araddaa makkaniisa oromoo
4 Habiib shidee araddaa Tura,anood
5 Mohammad Husseen araddaa turqeeyloo
6 Abdi Xaahir araddaa turqeloo
7 Feeysal Husseen Abdi araddaa kaalmaale
8 Muktaar Abdulaah araddaa masnoo
9 Abdi Mohammad Alishoo araddaa 03
10 Shun Mohammad Muussee araddaa cacalee
11 Umar Farah Ibraahim araddaa Turoo guddoo
Namoonni kuni halaa hammataa keessa jiran kanaaf mootummaan dubbii kana hatatamaan dhaabuu akka qabdu fii tarkkaanfii tokkummaa ummata keenyaan akka ummata cinaaksan bira dhabbattan isiiniin janna
Guyyaa arraa gootoota daangaaratti wareegaman awaalchaa jira nama 5 jannataan rabbii nuuf haa qananiisu maroon keenya nama 8 gara Harar geeyfamanii jiran namni sadii asitti yalamaa jiran qeerroon cinaaksan bira nuuf dhabbadhaa RABBI nuuf hqa fayyisu
Akka loli nurraa dhaabbatu du,aa,ii nuuf godhaa lammiin keenya hundi!!