Biyyaarraa: Ummata keenna Baalee kan Ajjeese raayyaa ittisa biyyaa Osoo hin taanee Poolisii Oromiyaa

Biyyaarraa: Ummata keenna #Baalee kan Ajjeese raayyaa ittisa biyyaa Osoo hin taanee Poolisii Oromiyaa tanniini jedhamaa jira Akka gabaasni na gaayeetti

Via: Awel Mohammed


#Breaking_News
#Alert
Ummani Baalee irraa Reenfa Qabatee Itti Gaafatamtootta Adaama jiran bira akka fidan beekkamme.

Ummani keenya Godina Baalee Aana Gololcha Ilmaan Oromoo Diinan Ajeefamani Reenfa isaani 5 Qabachuudhan Guyyaa hardhaa Itti Gaafatamtootta Mootummaa kora Caffee Oromiyaa Adaamat ta’aa jiran Bira Reenfa qabatanii akka dhufaniif amma Galama Abba Gadaa Akka jiran Gabaasni nu dhaqabaaru ni Addeessa.

Hawaasni Reenfa fuudhe yeroo deemuf jedhu Raayyan Ittissa biyya dura dhaabbana guddaa taasissa Kan ture tahus Qabsoo Qeerroon taasiseen akka dabarsani beekkameera.

Madoon Namnii 10 Hospital Gindhiir keessatti ammas woldhaanamaaru.

Dhimma kana irraa Miidiyaalen hedduun caldhisaniiru, Qaamon Mootummaas deebi hin kenine, Wanta deemu hordofaa kan isiniif gabaafnu taha .

#RDH Fuulbana 29 2011


Dhimma Keennaaf Dubbachuu Qabna


Lammiilee keenya kan Godina Baalee Aanaa Gololchatti 08/10/2018 rasaasan raayyaa ittisa biyyaatiin du’aniif baay’ee gaddina garuu gaddi keenya kun hamma yoomiti laata uuufff yaa rabbi

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.