Site icon Kichuu

Raashiyaan Itoophiyaa qaanessite!

Raashiyaan Itoophiyaa qaanessite

Miidiyaan Raashiyaa,RT suuraa Abiy Ahmed fi Isayyaas Afawarqii “WAR CRIMINALS” dhaadannoo of irraa qabu maxxanse. Sana booda, Ambaasaddor Itoophiyaa, Alamaayyoo Taganuu karaa twitter dhaan akka haqamuuf erga gaafatee didnaan xalayaadhaan gaafata. Xalayaan isaaf deebiin kenname “yakkamtootni waraanaa miidiyaa biyya keenyaas qaanii malee ajajuu barbaaddu taanaan biyyuma kanaa isin baasna.” kan jedhu tahe. Alamaayyoo Taganuu dhimma kana Abiy Ahmed, Mootii Cundhuuraa waliin haasa’uuf kaleessa Itoophiyaa galeera.
Qeerroo Intelligence Group

 

የኦሮሚያ መከላከያ ሰራዊት ( OLA or WBO in Afaan oromo) ኦሮሚያን ከወራሪ ሀይሎች ለመታደግ ዝግጁ መሆኑን አስታወቀ።

የኦሮሚያ መከላከያ ሰራዊት እንዳስታወቀው ሰራዊቱ በትጥቅም በሞራሊም የተደራጀ ነው።
የኦሮሚያ መከላከያ ሰራዊት የትላንት ቄሮዎች የዛሬ ሰራዊቶች በከፍተኛ ስነምግባር የታነጹ የኦሮሚያ ሀዝብ ኩራት ናቸዉ።
መላው የኦሮሚያ ህዝብ ከጀግናው ሰራዊቱ ጋር እንዲቆምም ሀገራዊ ጥሪ ተላልፏል።
ኦሮሚያ ለዘላለም ትኑር!

 
 
Exit mobile version