Raadiyoon Sagalee Oromoo(RSO) har’a Amajjii 1 bara 2018 irraa eegalee qilleensatti kan deebi’u ta’uu gammachuun isin beeksifna.
RSO akka saatii Oromiyaatti galgala saatii 7:00-7:30 dambalii gabaabaa meetirbaandii 16 yookaan kHz 17850 irratti argattu.
Har’a Oduu fi Qophii Xiyyeeffannaa qabna.
Dhaamsa kana warra Oromiyaa fi ollaa Oromiyaa keessa jiraniis dabarssaa!
Via: Dhábasá Wakjira Gemelal