Qromiyaa! Seenan Dambii Dolloo Wallaggaati ta’e Booranati irra deebiin raawwatame jira.

Oromiyaa! Seenan Dambii Dolloo Wallaggaati ta’e Booranati irra deebiin raawwatame jira.

Maqaa Shanee jedhuun uummata duratti nama Rashanuun wallaggatti jalqabee Boorannattille ta’e.
Dargaggoo “Galgaloo Waaqoo Galgaloo” hardha Godina Boorana Aanaa Miyootti addibaabayiitti baafamee fuula maatiif uummataa duraatti rasaasan ijjeefame jira. Galgaloo waaqoo motooran hojjate maati isaa jiraachisaa ture. hardhaa garuu akkanatti ijjeesan Waaqii Uummata kanaaf haa dubbatuu qilleensaa irraa nuuf nuuf oolch