QOPHII KAAYYOO:FEB 04 2018 Marii haala iggita dhiittaa mirga dhala namaa mootummaa Itoophiyaa irratti gochuuf sochii godhame ilaalchisee Dr Obsaa Hasan, Seenaa Jimjimoo fi Mahabub Abbaawaajjii waliin godhame
ONN:Qophii Doyaa Marii TVOMTn Dhihaate Kessatti Sabbonttonni OPDO Kanneen Gaafa Maaster Plaanii Magaalaa Finfinnee Mormaa Turan Wayta Gutuun Daangaa Oromiyaa Maaster Plaanii Wayyaanee Jala Galaa Jirtutti Maalf Usan ? Essa Jiran ?
ONN:Marii Bal’aa Miseensa Sh-Gumii ABO Gadaa Dabree fi Hundeessaa Ogeeyyota Fayyaa Oromiyaa fi Biyya Alaa Dr Dagafaa Abdiisaa Waliin Goone Kutaa 2ffaa Guraandhala 3/2018
Dhimma Finfinnee irratti marii Bushooftutti godhame keessaa qabxiilee muraasa. Oromiyaa guutuu irraa gabaasni nu gahu. https://t.co/sRwftCrXaH pic.twitter.com/dMjcfdyzah
— Kichuu (@kichuu24) February 4, 2018
Oromo TV: Amantiin Christaanaa Qabsoo Bilisummaa akkamitti laalti? – Marii – Hayyoota Amantii Christaanaa waliin, Luba Dr. Bantii Ujuluu Teessoo, luba Tamasgeen Mangashaa fi luba Silashii Booranaa waliin
Walaloo haaraa Lataa Qana’ii guutuu – 2018 Germany at Frankfurt | Full poetry at German concert