QERROO/QARREE London: Oromon hundi isiniin boonutti jira.

QERROO/QARREE London: Oromon hundi isiniin boonutti jira.

Uggura Embassy Ethiopia isin guyyaa 5ffaaf itti jirtan kun ilamaan Oromo biyya maraa (Minnesota fi Parisiin dabalatee) akka gaarii jajjabeessuu fi kakkaasutti jira. Jabaadhaa! Galanni teessan bilisummaa haataatu! #OromoProtests #OromoRevolution

Tamam Waritu