Qellem wallaggaa ona anfilloo shebelitti waajjirri pp barbadooftee jirti.

Qellem wallaggaa ona anfilloo shebelitti waajjirri pp barbadooftee jirti.
Wal waraansa Xoophiyaa gama kaabaatti godhamaa jiru” Colonel Abiyyii fi Kaadireen isaa hojii Seera kabachiisuu jedhanii kijibu”Hoogganooti Makkalaakeyaa fi Jeneraalonni immoo Lola/ዉግያ jedhaniiti ibsa kennu.Fknf Jeneraal Biraanuu Juulaa Lola Tplfn nurratti baname makkataa/firraa qolataa jirra jechuun dubbataa ture. Kaadireen Lola Adduunyaan irraa haaseyaa jirtu,dhoksuuf dhama’uun maaliifi dhiiroo?

AGM:Dr.Dabratsiyoon Gabra Mikaa’el Kan Amma Dr.Abbiyyin Dhiiga Dhaaba Jiru Kun Eennu? Itti Dhiyaadha


OMN- Ibsa Ejjennoo GQO/OAC (Sad