Qellem Wallaggaa:Gootni keenya qabsaa’aa JAAL BAARUU LUUCCOO dhiyeenya kana mana hidhaa Qaallittii irraa kan ba’e guyyaa Borii

Qellem Wallaggaa

“Adoolessa 30/2018 Gootni keenya qabsaa’aa JAAL BAARUU LUUCCOO dhiyeenya kana mana hidhaa Qaallittii irraa kan ba’e guyyaa Borii (Hagayya 1/2018) gaafa Kibxataa bakka dhaloota isaa G/Q/Wallaaggaa aanaa Gidaamiitti waan galuuf qeerroon Godinachaa daandii kana irra jirtan 1.Daalle Sadii/Haroo Sabbuu 2.Sadii Canqaa/Canqaa 3.Daalle Waabaraa/Qaaqee 4.Gaawoo Qeebbee/Qeebbee 5.Harroojjii 6.Jimmaa Horroo/ Nuunnuu 7.Gidaamiin simannaa gochuufiin gara maatii isaatti akka geggeessitan kabajaan isin gaafanna.”

Via: Miidhaksaa Abbishuu