Qeeyroon Bilisummaa Oromoo godina dhiha shaggar Waamicha Fincilaa dabarsee jira, Gudar qmmoo Owwaatee Jira.

Above Single Post

Qeeyroon Bilisummaa Oromoo godina dhiha shaggar Waamicha Fincilaa dabarsee jira, Gudar qmmoo Owwaatee Jira.
Oromiyaan Godinni kaanis waamicha kana simatee hojiirra oolchuu qaba.

Taliiggaan Afaaniikun Kan OPDOfiEHDG itti badan ta’uuqaba.

Oromiyaan Biyya

Hafuura Opdo


Opdon” ABO soodareedhaa Adda Bilisummaa Oromoo /ABO/ittiin balleeysuuf ijaarte” Garuu itti hin milkooytu.

OPDO STYLE
ANOTHER FACE OF OPDO


Maaf Qeeqxu Baqqalee?
Xoobbiyaa keessa Bikka fedhe deemuu mirga hin qabuu?

Moo Tigraay Xoobbiyaa miti?


 

Below Single Post