Qeerrowwan Godina Addaa Oromiyaa irraa sa’aatii ammaa kana Magaalaa Guddoo Oromiyaa Finfinnee bifa kanaan seenaa jiru

(SBO Fulbaana 14 Bara 2018) Qeerrowwan Godina Addaa Oromiyaa irraa sa’aatii ammaa kana Magaalaa Guddoo Oromiyaa Finfinnee bifa kanaan seenaa jiru

Dokterootaa fi ogeeyyii fayyaa ijoollee Oromoo boru uummata keenya tajaajiluuf qophiiti

jiru

#QeerrooPower sentee finfinnee

Good Job OMN!!

Look at qeerroo power💚💚

Breaking News, Oduu amma Nugahe,
Qeerroo oromoo Robnii fi aduun hindaangessu, boonbiin mimmaani hindaangessu,
Baga Gammaddan saba kiyya!
Laali waan hojatu Qeerroon Oromoo Finfinneetti, amma hadhuura Finfinnee Piyaasaa guutumati dhuunfataniiru.


qeerroo tokkummmaadhaan harka walqabatee waliin hiriiree finfinnetti walgahee share godhaa