QeerrooQobboo-Kun qabeenya deeggaraa humna liyyuu Poolisii

QeerrooQobboo-Kun qabeenya deeggaraa humna liyyuu Poolisii Somaalee kan ta’ e kan Hasan Baarree ti. Qeerroon Qobboo guyyaa har’aa tarkaanfii irratti fudhatte. Magaalaan Qobboo Harargee Bahaatti argama.