Qeerroon Oromiyaa:Yeroo Ammaa tana Dararaan Uummata Wallaggaa Gujii Fi Booranaa irraa haa dhaabbatu Jechuun Hiriira bahanii sagalee dhageessisaa jiru

Qeerroon Oromiyaa:Yeroo Ammaa tana Dararaan Uummata Wallaggaa Gujii Fi Booranaa irraa haa dhaabbatu Jechuun Hiriira bahanii sagalee dhageessisaa jiru

#Baalee_Gobbaa
Yeroo Ammaa tana Dararaan Uummata Wallaggaa Gujii Fi Booranaa irraa haa dhaabbatu Jechuun Hiriira bahanii sagalee dhageessisaa jiru

#ባሌ_ጎባ
ወለጋ ፣ጉጂና ቦረና ላይ የተጣለውን ኮማንድ ፖስትና ንፁሀንን ጭፍጨፋ በተለይ ወለጋ ላይ ሚደረገውን በአየር የታገዘ ድብደባ በመቃወም ነው አንዱን ለይተህ ስትጨፈጭፍ ሌላው ተኝቶ እንደማያይህ እውቅ

Fincilli Ammaa Kan Gadi Baanee Deebinu Ta’uu Hinqabu, Mootummaa Nafxanyootaa Oromiyaa Keessatti Ashagreen Ijaarrate Diguudhaa.

#Baalee_Gobbaa
At this time they are going to make a demonstration saying let the people of guji and borena are going to stop their voice.

#ባሌ_ጎባ
This is the fact that the command post against wollega, guji and borena is fighting against the air and the innocent genocide in wollega, it is not possible to see the other sleeping.

It is not going to be going to go out now, it is not going to go back, the government of neftegna is built in Oromia.


Kunis Jijjiirama kaa?!

Uffata Gurraacha Uffatanii Dararaa Uummata Wallaggaa irra gahaa jiru Balaaleffachuun Barattoota Yuunivarstii Haramayaa Hidhatti Guursisaa jira. Maaf uffata Gurraacha uffattanii baataniif Haga ammaatti namni 80 ol hidhameera!

Barattoonni Yuuniverisitii #Odaa_Bultum Ganama kana Yakka ummata keenya Wallaggaa irratti Raawatamaa jiru Hiriraa mormii ba’uun Sagalee dhageessisa jiruu


#


#Madda_Walaabuu_University students in protest against Abiy’s war on Western Oromia.
#Abiy_must_go!


#Arsii_University students protesting against the brutal military repression in Wallaggaa.
#Down_Abiy #Abiy_must_go!