Qeerroon Horro Guduruu guyyaa har’aa akka kanaan irbuu waliif seenuuf jaarsolii biyyaa dabalatee waadaa isaanii bakka Oromoon Maccaa itti waaqa isaa kadhatu ykn irreeffatu ODAA BULLUQITTI haaromsachuuf argamaniiru.
Injifannoon galuun barri isaa amma kanaaf milkayaa waliif galaa waliin galaa jennaan.
I.U.Of
GADAAN GADAA BILISUMMAA TI.
HORAA BULAA!!
Maddi: Dechasa Wirtu
«Nuti gaaffii qabna. Gaaffiin keenya gaaffii Abbaa Biyyummaa ti!»
Then VS Now!!
Now
Ethiopia: Raadiyoo Wayyaanee irraa Afaan Oromootti waan Yaya Beshir hiike kana dubbisaa! – https://t.co/Yue03Ty4E6 pic.twitter.com/c9QrZzu1rS
— Kichuu (@kichuu24) July 1, 2018