Kun Oromiyaa dha! Qeerroon Bilisummaa Oromoo waan barbaadan akkanatti simachaa jiran.

Kun Oromiyaa dha! Qeerroon Bilisummaa Oromoo waan barbaadan akkanatti simachaa jiran. Fedhii ummataa waanti dhaabu hin jiru. “….waan barbaadnu beekna, waan simannus beekna!”
DhΓ‘basΓ‘ Wakjira Gemelal

α‰ α‰΅αŒαˆ«α‹­ αˆ…α‹α‰₯ ሡም αˆ˜α‹°α‰₯α‹°α‰₯ α‰€αˆ­α‰Ά αˆ˜αŒα‹°αˆ α‹­α‰»αˆ‹αˆ!


Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 12 May 2018


Sagalee Bilisummaa OromooΒ (SBO): Caamsaa 12 Bara 2018.
==============================

Oduu Amma Nugaheen Mootummaan Wayyaanee Godina Qeellam Wallaggaa Ona Beegii fi Naannoo isheetti tarkaanfiwwan WBO irratti fudhachaa jiruun rifaattee Heeliikooptara waraanaa kaaftee uummata nagaa rukuchuuf qophii xumurachuu maddeen keenya dhaamsa nuu erganiin ibsanii uummatni keenya of eeggannoo jabaa akka godhu gaafataniiru.itti dabaluunis yeroo ammaa kana NetWorkn guutummaa guutuuti cufamee waan jiruuf odeessa ummaata biraan gahuun rakkisaa ta’us namuu bakka jiruu walitti dhaamuun balaa jarri qaqabsiisuuf karoorfatte kana fashaleessuuf gahee isaa akka bahu sabboontotin dhaamsa isaanii kana keessatti beeksisaniiru.