(SBO/VOL Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Mattuu Barnoota

(SBO/VOL Sadaasa 16/2017) Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Mattuu Barnoota Dhaabuun Gara Maatii isaanitti deebi’uuf kan Murteessaanii ture, marii baldhaa erga godhanii booda rakkoon hangamuu haa ulfaattuu barnoota dhaabuun furmaata wayyuu waan hin taaneef barnootatti deebi’uun Mirga keenyaafi Kabajamuu Mirga uummata Keenyaaf falmacha barachuutu furmaata fida jechuun barnootatti wiixata dhufu irraa eegaluun kan deebi’an ta’uu murtessan. Falmachaa Barachaa, Barachaa Falmachaa!! Injifannoon Uummata Oromoof!!

Via: Chali Ensermu Beyene

Qeerroon Barattootni Oromoo