Qeerroo Oromiyaa Mormii gabaa Laggannaa guyyaa Arbaa/Roobii irraa eegalee Guyyoota 3f turu Labsee jira!

Qeerroo Oromiyaa Mormii gabaa Laggannaa guyyaa Arbaa/Roobii irraa eegalee Guyyoota 3f turu Labsee jira!

Amma galgala keessa sa’a 3:20 irratti Qeerroon Seenaa hojjattan!!
Dirmannaan ummata keenya Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaa amma Daandii Cufuun Dhoohee jira!
~ Qeerroon Amboo qoosaan bira hin jiru!Daandiin guddaan Lixa irraa gara Finfinnee geessu amma seenna Amboo irraa Cufame jira!
~ Naqamtee, Mogor, Incinnii, Hoolata geessu amma cufameera! Galgala kana Daandii guutuu Oromiyaa, Hararghee, Arsii, Jimmaa, Baalee, Shawaa, Wallaggaa, Gujii, Iluu Abbaa Booraa, Boorana….guutuu Oromiyaatti Cufamuu qaba!! hatattamaan waliif Dabarsaa? KA’II OROMOO? KA‘II QEERROO?


#ODUU_AMMEE!!
Qeerroo Oromiyaa irraa!
Dhaga’aa wal dhageesisaa?
Qeerroo Oromiyaa Mormii gabaa Laggannaa guyyaa Arbaa/Roobii irraa eegalee Guyyoota 3f turu Labsee jira! Hanga ammatti
Magaaloota Oromiyaa Qophii gabaa laggannaa xumuran keessa muraasa;
1, Amboo
2 Awwadaay
3, Naqamtee
4, Dambii Doolloo
5, Shaambuu,
6, Harar
7, Dirree Dhawaa
8, Asallaa,
9, Baalee Boobee,
10, Bunnoo Beddellee,
11, Fichee,
12, Adaamaa,
13, Burraayyuu,
14, Sulultaa
15, Laga Xaafoo Laga dhaadhii,
16, Bulee Horaa,
17, Mattuuu,
18, Haramayaa,
19 Jimmaa,
20, Aggaaroo,
Guyyaa boru Itti mudduuf qophiin barbaachisu hundi xumurameera!
Magaaloonni Oromiyaa hafaniis qophiin xumuramaa jira! Amuma hatattamaan waliif Dabarsaa Qeerroo Oromiyaa hunda biraan ga’aa?
Sagalee Qeerroo Oromiyaa Magaaloota Oromiyaa irraa waliif Dabarsaa?


Tigrai Media House

የአብይ ጉዞና የኤርትራ አዲስ ፍላጎት


Sirradhaa Jara keenya


Filamaatan Nuhaa gahu anuu beeka Isa naaf tahu Thanks Artist Keekiyyaa Badhaadhaa
simannaa Jila KFO boqqojjii keessaa fufhatame Vediyoon

Shufeerota bilxiginnaa fi gargaartota isaanii

“በአብይ አሕመድ መንግስት በኦሮሞ ተወላጆች ላይ እየተፈፀመ ያለው ጥቃት ይቁም፡፡”

የኦሮሞ ዲያስፖራ ማሕበረሰብ

Tigrai Mass Media Agency