QEERROO FINFINNEE GALATOOMA!!

QEERROO FINFINNEE GALATOOMA

Qeerroo Hardha Finfinnetti Iskinder Naggaa yeroo Ibsa miidiyaaf laatuuf jedhutti Harkaa fashaleessan keessaa isa tokko yoo ta’u, Gaafii ajaa’ibaa Inni dhiyeesseef illee deebisuu dadhabuun Ibsa miidiyaaf laatu yeroo biraatti dabarseera. Amma nama gaafii qeerroo muraasaa deebisuu dadhabetu Biyya bulchuuf machaayaaree?!

Yaa qeerrookoo Waaqaa gaditti Oromoon Suma qaba itti muddi. Abdii Sabaa waan qerroon raawwatu.isin qabna isinumaan boonna

Ibsa Iskindir Naggaa Qeerroon harkatti kute


OPDO should stop sending ”Qeerroo” to harass the lunatic Eskindir Nega. If he got the support of the people of ”Addis Ababa” which I highly doubt (specially since recently), hand over power to him. Don’t cling to power illegally and illegitimately. Respect peoples demand. It is democracy. Eskindir Nega is Oromophobic individual and that might work to bring him to power. We are in Trump era. Being Oromophobic is attractive now in Ethiopia, it works. Oromos need to love ourselves and strength our Oromummaa.

Meanwhile, OPDO should hand over power to Oromo nationalists in Oromia. Then we will see who will surrender first, settlers in the colonial city or the Oromo people.

Biyya Oromiyaa


Jirra jirra si duukaa qeerroon nuti abdiin sabaa gaaddisa keeti
Qeerroo Fi Taakkee Kantibaa magaalaa Finfinnee


Ethiopia: ሰበር መረጃ – የነእስክንድር መግለጫ በወጣቶች ተበጥብጦ ሲበተን በስፍራው የነበረው የዓይን እማኝ እውነቱ ይህ ነው ይለናል

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.