Qeerroo fi Qarreen Boolee qophii dha jedhan-Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee

#Qeerroo fi Qarreen Boolee qophii dha jedhan

“Qeerroo fi Qarreen Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee ( Qe’ee Sooraa Loomee irraa) 20,000 ol ta’anu Simannaa ABO ,WBO fi Artistoota oromoo tiif taasifamuu irratti argamuuf qinda’aa jira.
Qeerroowwan Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee irraa !”

Imallii qeerroo bilisummaa ABO simachuufii kana fakkataa imalaa gariii sinifii hata’uu