Qeerroo fi qarreen biyya Hamba jiraan Yadannoo HACAALUU

Qerroo fi qarreen biyya Hamba jiraan Yadannoo Artist “HACAALUU HUNDESSAF “

Goota keenya dhoksanii awwaalanii Awwaalcha gootaa dhoorkanis nuti iddoo jirrutti geggeessaa gootaa ni taasifnaaf.
KMN:- Adoolessa 06/2020

Sirna yaadannoo fi Dungoo ibsuu artiist Haacaaluu Hundeessaatiif Oroomoota biyya Kanaadaa magaalaa Edmonton jiraataniin raawwatame.
#Justice_for_Hachalu_Hundessa
#Free_All_political_Prisoners

KMN Kush Media Network


Tokko du’e tokko hin ta’u
Wal-gaggalafata taatii .
Qerroo fi qarreen biyya Hamba jiraan Yadannoo Artist “HACAALUU HUNDESSAF ”