ONN : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo -Sadaasa 27 2018

ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo -Sadaasa 27 2018 | Jeequmsa mooraa yuunversiitii Asoosaatti uumame keessaa paartiin Amara Biherawi Niqinaqe jedhamu akka harka qabu himame. | Kaartaan saamicha lafaaf qindaa’e kaaba Oromiyaa, Wallootti hojjetamaa jira. | Hiriirri balaaleffannaa ajjeechaa ilmaan Oromoo geggeeffamaa oole.