Qeerroo Bilisummaa – Beddellee – Bitootessa 11, 2 019

Qeerroo Bilisummaa – Beddellee – Bitootessa 11, 2 019




Of eeggannoo !
Amboo.
Hiriira Guyyaa 29/6/2011 Qeerroo fi Qarree Amboo gaggeessee ture opdo moofaa jalaatti ijaaramuun qabsoo dhugaa ilamaan fashaleessuuf yaroo addaa addaa yaalaa kan jiran..
1. ijoollee hoteelaa shanan Gadaa.
2. Barsiisota Rivety valley Amboo muraasa.
Hiriira Amboo guyyaa dheengaddaa akka qeerroon Magaalaa Amboo Gara mooraa Universty Amboo duraa fi Magaalaa jidduu hin hiriirre konkolaataa montaarboo itti hidhanii shuguxii hidhatanii ummata burjaajessaa turan.
Hojii badaa Sochii Qeerroo fi qarree Amboo gufachiisuu ,addaan qooduu fi bu’aan mooksuu gaggeessaa jirtu.
Ummanni Amboo hojii keessan argaa jira.
Irraa of qussadhaa !!







w:hidden” scrolling=”no” frameborder=”0″ allowTransparency=”true” allow=”encrypted-media”>


ODPn ofii Wajjiroota ABO Cufaa, afaaniin immoo ‘Tokkummaa’ kadhatti. Baddu badda malee shira kee waliin hin tokkoomnu!
========
Bara 2019 Ji’oota lamaan darban keessa Waajjirooti ABO Oromiyaa keessaa cufamanii RIB ugguramanii miseensotiin ABO fi dabballooti ABO keessaa qabamanii hidhaman,Qeerroo Bilisummaa waajiraalee jiran dorsifamanii kaan hidhamanii waajjirri ABO akka hin hojjenneef bakkoota itti ugguramanii jiran akka kanaa gadiiti.
1. Asallaa, Arsii
2. Buraayyuu ( Finfinnee)
3. Baakkoo Shawaa lixaa
4. Gudar , Shaggar Lixaa
5. Dagam, Shaggar Bahaa
6. Naqamte, Wallagga
7. Gimbii, Wallagga
8. Shaambuu Wallagga
9. Finca’aa, Wallagga
10. Warshaa Shukaara Finca’aa ykn Sulula
11. Najjoo, Wallagga– Eebbaaf osoo eeganii cufame.
12. Mandii , Wallaggaa -Eebba waajjiraaf eegaa turan
13. Dambi Doolloo, Wallagga,
14. Gullisoo, Wallagga – eebba waajiraaf qophiitti osoo jiranii.
15. Jimmaa magaalaa Jimmaa
16. Baddallee, Iluu Abbaa Booraa
17. Mattuu, Iluu Abbaa Booraa
18. Habee Dongoroo ,Horroo Guduruu osoo eebbaaf eegamuu cufame.
19. Siree Sibuu, Wallagga Bahaa
20. Biilaa, Wallagga Lixaa – Eebba waajiraaf osoo eegamuu cufame.
21. Goorii, Wallagga Lixaa – Eebba Wajjiraaf qophii turan ni cufame.
22. Amboon waajjirri ABO banamee hanga ammaa hojii akka hin eegalle ugguramee jira.
23. Waajjirri ABO Gullallee kan Finfinnee jiru guutuutti hin gadhiifamne hanga ammaa waajjira xiqqaa dha.
23. Waajjirri ABO Adaamaan sirnaan guutuutti hojjetaa hin jiru dorsisa jala jira.
24. Godina Harargee fi Arsii akkasumas Boorana keessa bakka hedduutti qophii baniinsa irraa eegalee ugguramee jira.
25. Walloo Kamisee akka hin banamne ugguramee miseensotiin ABO fi caasaan Qeerroo hidhaatti guuraman.


#ሰበር_መረጃ
#እስክንድር_ነጋ_ላይ_ምርመራ_ተጀመረ ።

በሀገራችን አሁን የመጣው ነፃነትና ለውጥ ከፍተኛ መሰዋእትነት የተከፈለበት በብዙ ወገኖች ደምና አጥንት ላይ የቆመ ትውልድ ዕድሜውን በሙሉ ስታገልለት የኖረ የሚሊዮኖች አሻራ ያረፈበት ውጤት ነው ።

ታዲያ እየን ነፃነት እንድ አጋጣሚ በመጠቀም ጭራሽ ከህግ ባፈነገጠ መልኩ እንደእኔ #እስክንድር_ነጋ ያሉ ሰዎች የድሮውን ጨፍላቂ ስርዓት ለማስመለስ የዘገምተኞች ፖለቲካ ከተያያዙ ውሎ አደሪዋል። ትናንት ተሰብስበው የብሄር ስም በመጥራት ጥላሸት በመቀባት :የአመራሮችን ስም እየጠሩ በአደባባይ በመሳደብ ሀገሪቷ ወደ እርስበርስ ጦርነት እንድታመራ በከፍተኛ ደረጃ ሲንቀሳቀሱ ውለዋል ።

ወደ አመሻሹ ደግሞ እስክንድር ነጋ ያስታጠቃቸው ቦዞኔዎች በመደራጀት በፀጥታ አካላት ላይ ትኩስ ከፍቷል ። ድርጊቱን መንግስት ከፍተኛ ኦፕረሽን በማካሄድ ቁጥጥር ስር አውለውታል ። ጉዳዩም ከብዙ ሰዎች ጋር ትስስር ያለው በመሆኑ በእስክንድር ነጋ ላይ ከፍተኛ የወንጀል ማጣራት ስራም ተጀምሯል ።
Daniel Disasa Fufa