Qeerro Kamise:dhaamsa qeerro wallorra ummata oromoo maraaf

Qeerro Kamise:dhaamsa qeerro wallorra ummata oromoo maraaf

Rakoo Oromo walloo umati Oromo nuf dhagahu qaba hoo dhugaa Oromo walloo jalatan jaalaala oromumma hoo nuf qabatan rakoo Walloon kesa jirtu dhagefadha oromo Sher Sher walif godha

#Walloo
waraana guddaatu
naanno oromoota walloo.ratti qubsiifameejira ummanni
shororokaahaa jira magaalaa kamisee guyyaa gabayaa
har aa 20/9/2018