Qeellam Wallaggaa: waraanni goolessituu pp eda dargaggoo kana karaa irra osoo deemuu rukuttee ajjeeste.

Qeellam Wallaggaa aanaa Daallee Waabaraa magaalaa Qaaqee keessatti waraanni goolessituu pp eda dargaggoo kana karaa irra osoo deemuu rukuttee ajjeeste.


OBN Onk.22,2013-Adda Duree Mana Maree Birmadummaa Ce’uumsaa Suudaan Jenaraal Abdulfattaa Alburhaan daaw’annaa hojii guyyaa lamaatiif baga gara Itiyoophiyaa nagaan dhuftan! jedhan Ministiirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.


Oromo Women of Minnesota Appreciation Dinner for Senators and Representatives


Jaarroleen keenyatun”Gaafa 1992 Yeroo hoji Qabsoo irra waliin turan sana maaf akka ammaa kana Qindeeysanii waliiniis taa’anii hin mariyanne ?
Dhiiroo Warri kun diiguu malee Wanti Ijaaruu jedhamu isaanitti waan haraama taye fakkaata!


OMN: GRD -Labsii Qeerroo Marsaa 5ffaa irratti (Onk 31, 2020)
 

OROMIA TODAY-OT
HAALA SIYAASAA IMPAAYERA ITIYOOPHIYAA (ONK.28,2020) ”OROMIA TODAY-OT” CHANNEL KEESSAN KANA #SUBSCRIBE GOCHUUN NU HORDOFAA.