Qawween inni isaanii faashinnisaa hin darbumoo?Faashiniin qawwee dabre waan nuun jedhaniifin je e

Qawween inni isaanii faashinnisaa hin darbumoo?Faashiniin qawwee dabre waan nuun jedhaniifin je e

Qeerroo #Walloo

#Haawii tezaara vs #masaraat mabaratee Oromon akanatii fidee bilisumaa mee ilaala dhugaa jiruu kanumaa


ABOn kanloluu oromo abbaa biyyummaa isaa merkanessuuffii kun wan dhugadha.jijiraamnii hara’a dhufe WBOn chime lolanii qeerroo bilisumaa fana kun dhugadha qabson itti fufa…


Oromoo fii Oromummaan, Xophiyummaa fii Habashummaa oli. wanni oromummaa olii hin jiru.

Ixoophiyummaa Jachuun- Harkaa fii harma muraa ANOLEETI
Calii Calanqooti,Oromoota 700 irreechatti dhumani, oromoota calanqo, Amboo Walaggaa,Awwadaay, Arsii, Hammarreeysa…walumaa gala orooota kumaatamaan hidhaman,tumaman,ajjeefaman. biyyaa bahan. beela dhukkuba,gadda,hiyyummaa fii hiraar jiruu addunyaa jachuudha.

OROMUMMAAN-bilisummaa,sirna GADAA,abbaa biyyummaa sadoof qananii jiruu ilma namaati. kanaaf Oromummaan baayy\ee xophiyummaa oli waan taateef walitti hin dabalaman.


Lola asoosatti kalee ka’e har’aas akkuma itti fufeen baballatee gara daandii makiinatti cehuun konkolaataa biyyatti gubaa ooluu odeeffannoo amma nu qaqqabe ibsa