Qarreewwan akkasitti Hacee yaadatan Galatoomaa!!
Historical picture
Abiyyi suuraa Minilik kaasee iddoo sanii kan ofii godhachuun waan sirriiti. Baga godhate.
Reeffi maal godha ree? Amma kan Masaraa keessatti tolche saniis kan isaatiin bakka haa buusu. Kan qabsaa’aa jirruuf suuraaf waan hin taaneef suuraaf jecha wal hin dhabnu. Nafxanyaan garuu taranyaa jettee arrabaan daaraa godhaa jirti. Akka fedhan!
Walaloo Taayyee Danda’aatiin sirbiti saalihaan!
Xaayituu moo Shaashituu kun ?
Baqqalaa , Jawar fi Hamzaan yaalaa dhuunfaa argachuuf gara Hospitaala Landmark geeffamaniiru. Injifannoo kanaaf galati kan Uummata Oromooti. Sirna nama nyaata kana kookkee qabe hoggantoota isaa yaalchifachaa jira. Oromoon Sirna haqaa Abiy Ahmad itti taphate kana qilleensa dhabsisee hamma dhumaatti ficisiise hoggantoota isaaf yaala argachiise jira. Injifannoon kuni hoggantoota kana hiiksisuudhaanis irra deebi’ama!