Qabsoon Oromoo gootota jajjaboo magarsaa jira.

Qabsoon Oromoo gootota jajjaboo magarsaa jira.

Kunneen manneen hidhaa keessa marti qabsootti jiru! Gootota keenya barri haaraa dhufu kun bara wareegama keessaniin bilisummaa keenya goonfannu akka ta’u abdanna! Qabsoon abadan hin dhaabbatu; dhaabbatees hin beeku!!

OMN gabaasa addaa