Gabaasaqeerroo:WAAMICHA QABSOO QEERROO BILISUMMAA OROMOO IRRAA KENNAMEE JIRU.

Gabaasaqeerroo : WAAMICHA QABSOO QEERROO BILISUMMAA OROMOO IRRAA KENNAMEE JIRU.

Labsii waraanaa gartuun mootummaa abbaa irree wayyaanee TPLF uummata Oromoo irratti gochaa duguuggaa sanyii raawwachuuf labsite guyyaa #Jimaataa paarlaaman biyyattii ni mirkaneessa taanan gurraandhala 24/2010 #Sanbata guutummaa Oromiyaa 
Baale
Jimma
Arsii
Shawaa
Iluu
Harargee
Wallagga
Boorana
Gujii badiyyaa fi magaalaa hunda
keessatti mormii fi tarkaanfilee ciccimoo fudhachuuf qeerron Oromoo qophii waan xumurreef 
Barataan
Barsiisan
Qoteebulaan
Daldalaan
Dafqaan baan
Hojjataan
Ogeeyyin
Poolisiin
Milishaan Oromoo tokkummaan kaanee wal cinaa hiriirudhaan gochaa duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti labsame ofirraa deebisuuf qabsoo hadhaawadhaf akka of qopheessinu qeerron Oromoo waamicha Oromummaa isiniif goona.

Via: Miidhaksaa Abbishuu