Qaamotni basaasaa biyya ollaa irraa iccitiin Oromiyaa seenanii jiraachuu: Of-eeggannoo godhamuu qabu

Qaamotni basaasaa biyya ollaa irraa iccitiin Oromiyaa seenanii jiraachuu: Of-eeggannoo godhamuu qabu


“Kun ilmaan Oromoo waraanaan ajjeefaman kan reeffi isaanii Iluu Galaan Riqicha laga Gubbaa Waashamoo maddiitti argamedha. Tokko maqaan isaan Dirribaadha. Kaanis addaan baafnee isinii himna.”


#Awwadaay
maqaan mucaa kun nibraas jaafar jedhama magaalaa awwadaay irraa kan rasaasan rukutame harka isaa dhabee Irraa muramuu jedhani innii hattaattamaan Yaalii barbaada

Bilbilaa Abbaa isaa, jafar +251934490192

Abbaan mucaan tiqaa kana, waan wal’aanatuun dhabee halkanif guyyaa boya jira, isaa kana dafii qunamii, Mallaqaa dhabe mana isaatii galchee ta’uu jira ,warraa Gandaa Rashoo tii Dire kubbaa jala mana isanii.