protest: at Woldiya University, U Amboo main campus and Gonder University

Above Single Post

protest: at Woldiya University, U Amboo main campus and Gonder University

“Universty Amboo main campus keessatti mormii guddaatu jira.sa’aa 3:00 irraa eegalee itti fufee jira.
Ajandaan mormii isaanii.
1, ajjeechaa universty Adigrat keessatti oromoo fi Amaaraa irratti sanyii adda baasee raawwachaa jiru mormuun ture. duguuginsa sanyii Oromoo fi Amaaraa irratti raawwatu haa dhaabbatu jechaa jiru. Hanga sa’aa kanaatti barataan tokko Federal police’n miidhamee Gospitala galee jira.
Federal police baratoonni oromoo fi Amaaraa tokkummaan waliin dhaabbachuun Federal police baayyee dhagaan caccabsanii jiru.
Mooraa keessa seenu fi ba’uun hin jiru.
Down Down wayane !!!
Down Down wayane !!!
Jechaa jiru.”

Ferhan Abdulselam


Waldiyaa-Yeroo ammaa kana Naannoo Amaaraa Moora University Woldiyaa keessatti mormii guddatu jira. Agaaziin marsee jira. Yeroo ammaa kana aara imimmanessa baratootatti godhiisuun falmicha dhaabuuf yaalii gochaa jiru. ijollerrattis dhukaasaas jiru.
Falmaan garuu itti fufee jira.

The protest at Woldiya University continues

Dhábasá Wakjira Gemelal


Protest at Gonder University

Below Single Post