#Pro_Mararaa_Guddinaa_Say. Ajjeechaa, hidhaa fi ukkaamsaan olaantummaa Nafxanyaa jalatti ummata Oromoo irratti deemaa jiru guyyaatti al 99 Wayyaanee Wayyaanee jechaa oolameef hin golgamu. Waraabessa kaleessa ofirraa ajjeefne abaaruudhaan waraabessa isa har’a nu nyaataa jiru golguu yaaluun gonkumaa hin danda’amu!”
Professor Mararaa Guddinaa
ODUU Hatattama Tigraayit loli dema jirachu fi Oduule Jajjabo Afaan Oromo kuno |Moha Oromo
Thanks to Qeerroo Oromoo! Now they think they are in good position??
Jabaadha