ONN:Qophii Addaa fi Pro/Asaffaa Jaallataa waliin goonee.Fuulbana 4-2018
Hadhaa Gootitii AISHA KORMEE/AYISHAA ALII
Aisha kormeen Gootottii Oromoo Warreen 2007 Gaara sufitti Wareegaman keeysaa isii takka. Yeroo san Dargaggoonni Oromoo Diddaa Gabrummaatiif Wal ijaaranii Mootummaa TPLF irratti Dhiibbaa guddaa Uumaa turan.