PP : Media phobia,backdoor meeting and well planned Sanctions on public right to information!

PP: Media phobia,backdoor meeting and well planned Sanctions on public right to information!

Kora Godina booraanatti qabame godhamu jiru irratti #Bilxiginani garee walin dhufne cufa #OMN dabaalate seenu dhoorte,na dhuunfaaatti waraqata yamichaa ka akkan jedhu naa kennite.

Gaazexeessaa kaameraa fi ogeessaa isa irra mulqani kopha galma marii seensissu jechuun 1ffaa akka loltuu waranaatti booji’uu yoo taatu,lameessoon immoo haqa ummata ka odeeffannoo walaba nyachuu taati.kanaaf. dhiifne finfinnetti deebine jira.

Godini Booraana mandhee garee siyaasa ta’uun miidhan ummaata keenna itti fufun abdii na kutachiiftee.

Waan irra hafe guyyaa bira dubbadha!

#Nagaatti!

Guyo Wariyo Aba-Jirmaia