Poolisoonni Feedraalaa wanta alaabaa qabu, fooxaan mormaa otuu hin hafin namarraa guuraa jiru. Ijoolleen hidhamanis ni jiru.

Above Single Post

Poolisoonni Feedraalaa wanta alaabaa qabu, fooxaan mormaa otuu hin hafin namarraa guuraa jiru.
Ijoolleen hidhamanis ni jiru.


#Polisiin_Oromiyaa_hatattamaan_alaabaa_uumata_harkaa_guuruu_kana_dhaabuu_qaba#Stop provoking and inciting the public into an outburst of rage!


#Inbox :Please stop the provocation!!

“… baga sinin gayee polisiin oromiya alaba qabattanii Finfinnee seenu hin dandeettan jedhanii alaba nura guruttii jiran. Mee nura dhabbaa jedhaanii.”

~from Muhammed Jaarraa



Labsin labsamme jira TV fi Radio
Alaabaa ABO Finfinnee hinsetu.
Video tana dhagefadha kuno

Below Single Post