Poolisoonni federaalaa magaalaa Finfinnee Keessatti naannoo Oromoon itti baay’atu dhaqanii akkanaan tumaa jiru.

Poolisoonni federaalaa magaalaa Finfinnee Keessatti naannoo Oromoon itti baay’atu dhaqanii akkanaan tumaa jiru.

kan bara wayyaanee sitti hin fakkaatin kan bara monyaaleeti kuni.kan bara isa maqaa Oromoo baatee aangorra jiruuti

Miidhaksaa Abbishuu


#police Oromia hangaa dhuma dawaadha mee.

Team oromia


Shimallis Abdiisaa fi Taakkalaa Uumaa reeffa Hacaaluu akka gara Finfinneetti deebisan Galaanaa Gaaromsaa tti bilbiluu isaanii ani afaan Galaanaa irraa dhahe. Galaanaa qofaa miti maatii Hacaaluuttis bilbilaa akka turan Galaanaan natti himee jira. Ragaan kana caale maaltu jira? Galaanaan nama lubbuun jiru. Rabbuma hin sodaatanii diraamaa akkanaa hojjatanii Jawar faa reeffa humnaan deebisan jedhanii yeroo lafa jalatti hidhan.

Ferhan Abdulselam


Confirmed!

Kantibaa magaala Finfinnee #Takkalaa uumaa sirna awwaalcha gooticha Oromoo Hacaaluu Hundeessaa irratti Jawaar, Baqqalaa fi Hamzaa fa’aa waliin galma aadaa Oromoo magaalaa Finfinnee keessatti erga mari’atanii booda, Takkalaan Ambulance fi fridge reeffi keessa taa’u fidee dhufa jedhee daqiiqa shan booda polisii Federaalaa itti waamsisuun Kan hiisise isuma mataa isaa ta’uu mirkaneeffannee jirra. Dhimma kana qulqulleeffachuuf gaafif deebii naman waliin godhe OMN irratti sa’aatii muraasa booda ni dhiyeessina, hordofaa.
Via Tesfaye Amina Abdikoo

Anii Sifa Hamid


OMN: Ilma obbo Baqqalaa Garbaa (Samu’eel B Garbaa) maal jedha?


Message to the African Union


Ethiopia: ጥብቅ መረጃ – ከአስመራው ድንገተኛ ጉዞ ጀርባ | Isaias Afwerki | Abiy Ahmed Ali | Eritrea