Poolisoonni ABiy bobbaase ummata keenya hidhanii irreeffannaa irra ugguraa jiran.

Poolisoonni ABiy bobbaase ummata keenya hidhanii irreeffannaa irra ugguraa jiran.
Seenaa Gurraacha Irreecha Finfinnee irratti galmaa’e!

Hojii nafxanyoonni ergamtoota afaan Oromoo dubbatan qabatanii aadaa fis afuu Oromoo jallisaa jiran karaa hundaan bi balaaleffanna!!

Waza Gamo

Irreechaa keessatti gaheen dubartootaa kana fakkaata; qaanyii warra ergamtoota nafxanyaa!! Nafxanyaan diina Oromoo ti!!

ይህ ሰውዬ ናትናኤል መኮንን ይባላል ። በፌስቡክ ፕጁ ላይ ቀንና ሌሊት የኦሮሞ ሕዝብን ሲሳደብና ፖለቲካዊና ባህላዊ ኢሴቶቹን ሲተች የሚውል ግለሰብ ነው። የአቢይ አህመድ ደጋፍም ነው። ዘንድሮ እንደ እነዚህ ዓይነቶቹን ነው ብልፅግና በኢሬቻ ላይ የጋባዛቸው።

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Damee Darajjee Dhufeera was live.

rreechaan Ayyaana ummata Oromoo ti. Ayyaana kana itti dhiisee Kan guddifate ummata Oromoo ti. Ummanni Ayyaana tokkicha qabu kana jalaa fudhatanii, akka ummanni akka fedhii isaattii kabajanne dhorkuun kun cunqursaa dachaa ti.
Ayyaana Irreechaa kan nafxanyootni fi eegamoonni isaanii irratti xibaaranii miti.
Ayyana kana sirna isaa irratti deebifachuuf wareegama barbaachisu mara ni baafna!!

Ummanni waan barbaadu ni beeka!!

#irreechaa2020

Baga geessan!!
Happy Irreechaa
#irreechaa2020

Baga geessan!!
Happy Irreechaa
Baga geessan!!
Happy Irreechaa

OMN: Washington DC hiriira wajira Kantibaa DC fulduratti

Oromo Grand Rally 2ND Washington DC, USA

Kello Media

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.