POOLISIIN OROMIYAA Poolisii naannoo amaaraa ilaaltanii ammam of taajjabdu ykn of jibbitu ykn gaabbituu?? Qaroo Oromoo meeqatu harka keessanitti du’e?

POOLISIIN OROMIYAA Poolisii naannoo amaaraa ilaaltanii ammam of taajjabdu ykn of jibbitu ykn gaabbituu?? Qaroo Oromoo meeqatu harka keessanitti du’e?

PPn cinqamteetti. Dhiigni ijoollee Oromoo isin hin gadhiisu. ABOn waggaa 50 ol qabsaa’e otoo jiruu ergamtuun wayyaanee Oromiyaa hin bulchitu. Siichi boossa!!


Kan Oromoo Ganee salphate malee kan milkaawe hin jiru jedhe gurbaan Diimaan
Ardha warri soddaa Qaallichi yakka duguugaa sanyiitiin seera addunyaatiin nuuf haa gaafatamu jedhani.
Viidiyoo kana Hanga dhumaa dhagahaa waliif qoodaa.

Naqa Bas Media Network

Jaal marroo Dirribaa GGO sababefachun ummata Oromoo fi wbof ergaa dabarsan

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.