A Political-Merger News! ODP & ODF have fairly similar agendas & their decision to merge is a right decision.

A Political-Merger News! ODP & ODF have fairly similar agendas & their decision to merge is a right decision.

Over the last two decades, the Oromo people aspired, envisioned and desired for a political merger at least between political parties that have fairly similar political agendas. Agendas connects as it separates. ODP & ODF have fairly similar agendas & their decision to merge is a right decision. Merger is not losing identity, it is about recognizing inter-connectedness and capitalizing on that for collaboration!

Birhanu M Lenjiso


Garatuun ummataa Gootichii Waaraani bilisummaa Oromoo #WBO‘N lixaa oromiyaa keessa socho’uu injifannoo cululuqaa humnoota Waraana diinaa irratti fudhaachuun akkuma itti fufeeti jira.lola guyyaa har’aa ta’een gama diinaa irraa namni 135 du’aaniiru nujalaa immoo namni tokko wareegameraa gama meeshaan kan ilaaleen immoo bireenii 16 fi kilaashiin 78 fi gosa meeshaa waraanaa m14’n 8tti arganneerra. bakki lolli kun itti geggeeffama jiru bahaa wallaggaa magaalaa akka Harroo limmuu fa’i.ammas lolli hin dhaabbanne itti fufee jira.yaa Rabbi WBO keenya bukkee nuuf dhaabbadhu.

Guyya Arra Tanna 28.11.2018
Hirrira Gudda Walagga Demma Jirra
Ajjechan Hadhabatu Jachun .

HARARGE Cinaaksan 😭😭😭😭😭 Itti Uste
HARARGE Atti Iffi Callise Sagale Umata Uuu ::

#MagaalaaNaqamtee
Reeffa Gootota Poolisii Naannoo Oromiyaa 6 fi WBO 2

Qindoomina Waraana Makkalaakayaa fi Gumuziin ajjaafaman.

Adem Misoma


Mee Ilala akka Qamoonii Motummaa itti nu Soba jiru Oormi Guyyootta lama fi 3 duraa maqaleetti Qawweedhaan dabaalamee hiriira ba e”ture tahu nii yaadatama
Har a ammoo Barattoonni keenya Ambootti qalamaaf dabtaraan gaafa gadi ba an wattaaddaraan ukkaamfaman.ilalchaa
Motummaan itoophiyaan umataa oromoof qabduu kanuma Mee suraa kana irraa Mee osoo wana akkan kana Agaruu Qeerroo Oromoo usnee Ta,u hin Qabnu

Adem Misoma

#Dr_Lammaa_magarsaa fi #Dr_Abbiyyi_Ahmed, waan tokko hubachuu Qabaan . #Abboon yeroo #maakmakuu_karaan #soban_dabaran Debi, tutu nama dhibaa jiedhe waaraana Saba guyyaa Tokkon namaa 17 dhabuu jechuun wan Saalphaa miti gochaa kana Motummaan siyyasaa Ofi milkefachuuf jechaa Akkan Gorham Jira yaa Oromoo hubadha
#Poolisootaa Oromiyaadha warreen daangaa irratti Gumuziin wareegaman
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbayi Commaan #Magaalaafincaa’aa irraa deemanii RIP,
#Gootonni_poolisii Oromiyaa kora bittineessaa 17 Lixaa irratti wareegamuun hedduu nama gaddisiisa. Akkuma tibba dabre ijaan agarree dhageenye poolisoonni kun hidhannoo gahaa malee bobbaafaman. Leenjii hokkara too’achuu malee kan loltummaaa hin qaban. MNO humna isaanii cimsuu baannaan ammas dhimaatii heddutu mudata. Wareegmtoo rabbi jannataan haa qananiisu.

Ogeessonni fayyaa Naqamtee dhugaa qaban. Reeffa lammiilee isaanii daangaa irratti ajjeefaman torbanuma torbanijn kafanuun gaddaan onnee cabseera.


Takka saamicha lafaafi babal’ifannaa Finfinnee irratti mari’achuuf bakkuma sanirraa live dhufaa jirra. Biyyi samameera.Jawar Mohammed


Guyyaa Araa gaafa 28/11/2018 Jilli #ABO itti Aanaa H ayyu duree #ABO_jaal_Araarsoo Biqilaa fii miseensa shanee gumii Sabaa Jaal Atomsaa Kumsaan durfamu Hospitaala Caffee/Hiwot faanaatti arkamuun ilmaan oromo lola shira diinaatiin Cinaaksaniif Gursumitti madaawan daawwachuun hamilee jajjabeeysanii jiran.