The People of Ethiopia wants change no Jail!The Dr. Abiy’s Administration must rethink and Listen to the Demands of the People. Instead of recycling the derg retirees as advisers!

The People of Ethiopia wants change no Jail!The Dr. Abiy’s Administration must rethink and Listen to the Demands of the People. Instead of recycling the derg retirees as advisers! Nobody wants to go back to the derg’s Ethiopia. please even do not dream for it.

Hidhuun Furmaata hin tahu namoota kanneenii fi kan biroo hiikaatii oromoof hojjedhaa OROMOO irratti hin hojjetiinaa.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

1.Abbaa Gadaa Getaachoo Tarfaa_Beegiirraa
2.Boonsaa Hayiluu -Amboorraa
3.Eebbisaa -Jalduurraa
4.Caaltuu Taakkalee -Shaambuurraa
5.Sanyii Taakkalee -Shaambuurraa 
6.Burqaa. -Buraayyuurraa
7.Gololcha Goobaa -Gujiirraa
8.Duubaa Yaachisoo -Gujiirraa
9.Hambisaa Ayyaanaa -I. A.Booraarraa
10.Margaa Wiirtuu-Shaambuurraa
11.Miimmii Daawwit -Mandiirraa
Warri kun guyyoota 3n kana keessa kanneen hidhamani.


Gimbii

“Har’allee magaalaa Gimbiitti maqaa ABO deggertaan jedhuun Qeerroo funaanuun itti fufee jira. yeroo ammaa kana MAMUUSH(Antene) Tesfaaye, Abdii Tasfaayef ijoolee Umuriin waggaa15 hin guune hedduu qabuun gara W/P/G/Gimbiitti geessani jiru. yaa Opdo utuu hidhaan furmaata fida ta’ee kanaan dura furamta turte, waan deebii hin arganneef ijoollee Oromoo hin daraarin.”
Kuni Suuraa Abdii Tasfaayeti.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.