OMN: Paarlaamaan Labsii Muddamaa Kuffise (LIVE) Bit 2, 2018

OMN: Paarlaamaan Labsii Muddamaa Kuffise (LIVE) Bit 2, 2018

Miseensi paarlaamaa Oromoo tokko akkas jedhe jedhan:
“Abbaan duulaa Oromoo gurgurate. Har’a mormii guddaatu paarlaamaa keessa jira. Miseensonni paarlaamaa Oromoo guutummatti jechuun akka dandahamutti labsicha morman. Anis namoota mormaa turre keessaa tokko. Garuu kan dhageenye faallaa sanaa tahe. Abbaan duulaa maalif sagalee keenya akka gurgurate hin beeku. Paarlaaman wal unkuraa oole har’a.”

 


Komaandi poostiin raggaasifame jedhamu kana, murtii laatamees kana. Sagalee nama sadii abbaa duulaan 100 baayyisee nu sobuu fedha