Osoo Ijan Agarruu Hoggantootaa Keenyaa Dhabuuf Yaanaa…!!!!

Osoo Ijan Agarruu Hoggantootaa Keenyaa Dhabuuf Yaanaa…!!!!

Tsedale Lemma told:
Representative Gregory Meeks, Chairman of the US House Foreign Affairs Committee.
“On elections: Ethiopia is preparing to hold an election in which just few parties are enthusiastically preparing. In Oromia, for example, two of the major opposition parties, OLF & OFC, have hundreds of their leadership and thousands of their rank-and-file members jailed, many without trial for months, and hundreds of their offices are shut down by the government. Holding elections under such circumstances is a perfect recipe for a post-election violence & instability.”


Osoo Ijan Agarruu Hoggantootaa Keenyaa Dhabuuf Yaanaa…!!!!
Akka Miseensii Poolisii Naannoo Qaallittii jiru kan Saban Oromoo Tahe Imimmaaniin Guttamee nuuf himettii Jawar faa har’as lagannaa guyyaa 4ffaa itti fufuuf nyaata fudhachuu didan.Garuu baay’ee laafanii jiru.Yoo har’as hanga dhumaatti osoo hin nyaanne itti fufan tahe gaggabuu malu jedhu warri ijaan arge.Dhiibbaan dhiigaa obbo Baqqalaa baay’ee ol ka’uutu himama. Kun ammo dhukkuba biraatiif isa saaxiluu mala sodaa jedhu qabu.Jawar hidhiin akka malee goggogee yeroo deemus ni hokkola jedhan.Gabaabumatti sadarkaa hamaa irra jiran.Maatiin yaaddoo guddaa keessa jiru. Daqiiqaa muraasa booda waan irra gahanii fi keessa jiran isin hubachiisa.


Dr. Gammachuun raageera.
“”Abiy Ahmad ka Tigraayiin waraanuuf Ertiriyaa affeerrate kun bor gaafa qoommii argate Amaara waraanuuf sababni inni Sudaaniin wal hin taaneef hin jiru.Namichi fakkeessituu fi nama dheebuu aangootiin machaawedha.Namni gantuun akkanaa Seenaa biyyattii keessatti mullatee hin beeku.Wanti hardha ta’aa jiru kun bor idaa seenaati””Eyyee dhugaadha….namichi Oromootti diina baayisuuf gurjaa bulaa jira.


Gadda Suukanneessaa
Waraanni shiftaa PP Godina Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa Ganda Jaangir keessatti barsiisaa Geetaahun Baqqalaa galgala kana rasaasa itti roobsuun ajjeefte.
Barsiisaa Geetaahun, barsiisaa buleessa waggoota dheeraaf dhaloota qaraa turedha. Yeroo dheeraafis mana hidhaa keessatti nama dararamaa ture dha. Dhiyeenya kana mooraa waraanaa magaalaa Giddaa keessatti akka malee dararamaa turuun dhiyeenya kana bahe. Hidhaatiin gidiraaa erga turanii booda baasanii guyyaa hardhaa ammoo qe’ee isaa keessatti rasaasa itti roobsuun ajjeesan.