Oromoon Raayyaa gaafii eenyummaa, gaafii Afaan Oromootiin barachuu kaasaa jira. Ummatni Oromoo hundi Oromoota Raayyaa cinaa dhaabbachuu qaba.

Oromoon #Raayyaa gaafii eenyummaa, gaafii Afaan Oromootiin barachuu kaasaa jira. Ummatni Oromoo hundi Oromoota Raayyaa cinaa dhaabbachuu qaba.

Odeessa ONN: Fulbaana 11/2018

Jiraatonni Kaaba Shawaa Aanaa Yaayyaa Gulallee Hiriira deggeersa ABO dhaaf geggeessan jiru.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.