OMN: Oduu Guyyaa Mudde 3,2018:- Oromoon har’as akkauma kaleesaa rakkoo isaan muudataa jiru ilaalchisee Mootummaa furmaata gaafachuuf hiriira nagaa bakka hedduut bahaa jiran.
Oromoon har’as akkauma kaleesaa rakkoo isaan muudataa jiru ilaalchisee Mootummaa furmaata gaafachuuf hiriira nagaa bakka hedduut bahaa jiran. Otoo dubbiin kun fagaatee gara mormiitti hinjijjiramiin Mootummaan Federaalaa ta’e kan Naannoo hatatamaan dhimma kanaaf furumaata waarii fiduu qabu. Oromiyaan biyya nagaa haa taatu!
Maali Wayyaa??? pic.twitter.com/kQwP9Fg6PO
— Kichuu (@kichuu24) December 2, 2018
Cabaan Lamaan Fayyaa Tokko Tahuu hin Danda’u! – https://t.co/Gl7uMy3gpl pic.twitter.com/qcW6suj3Go
— Kichuu (@kichuu24) December 3, 2018