Oromoon ETIYOOPHIYUMMAA hin didne, garuu ETIYOOPHIYAAtuu oromoof orummummaa hin feene.

Oromoon ETIYOOPHIYUMMAA hin didne, garuu ETIYOOPHIYAAtuu oromoof orummummaa hin feene.

Yaya Beshir


Amboo irratti suuraan jaal Laggasaa Wagii caalbaasii qarshii 100,000tiin gurgurame. Garee Ginciitu injifate. Isaanis akka kennaatti artist Ilfinash Qannoo badhaasan. Walgahii keenya har’aa milkiin xumurree jirra.


Namnii galaannii fuudhe hoomacha qaqabaataan jedhan sun kan akka Dr ashaagree kanaadha.
Otuu innii waajira taa’ee namoota Isa suuraa kaasuuf ijjaajjan 20 olii fii Kan Isa tiksuuf dhaabbatan 20 0l hojiittii bobbaase yookiin immoo hanga taankiif meeshaa waraanaa bitan otuu konkolaataa haamaa bitanii waldaan qotee bulaaf hiranii irra filatamaadha.

Kan nama dhibu na galeetafadhaa Kan jechuudha. Hahahhahahahah

ምን ትሉ ይሆን ደሞ??? በሁሉም ዘርፍ ያሟላ ጀግና አቢቹን ብቻ አየሁ ለፎቶ ነው እንዳትሉ አስተጫጨድ የአርሷደር ነው በምን ሚዛን ይህን ሰው መተቸት ይቻላል???

Beekamtii Rakasaa, Suuraa ka’uuf😝 Mee dura ajjeechaa sana dhaabsisimee.


Boorana keessaa bakka adda addaatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. Hiriirri kunis ajjeechaa

Yuunversiitii Naannoo Amaaraa keessa jiru keessatti barattoota Oromoorra ga’u balaaleffachuudhaafi.


Yuunivarsiitii Wallaggaatti barataa Ikkoonoomiksii kan tahe JIREENYAA YAADATAA poolisoota federaalaatiin akka malee reebamuun miidhamni ulfaataan irra gahee jira.