Oromoon bara issa guutuu dinnan hidhamaa,ajjefama maliif jiraata dhiroo?

Oromoon bara issa guutuu dinnan hidhamaa,ajjefama maliif jiraata dhiroo?
Waraanii yeroo yeroon lenjii’uu kun oromoo hidhuuf ajjesuu qofaf kan ramaadameedha?!

Oromoo falmaadhu

Jaal Booruu

” Oromo hidhuu nidandeessu, garuu qabsoo oromo hidhu hindandeessan. Qabsoon oromo galma nigeessi.”
Jaal Daawud Ibsaa H D ABO


Miseensonni ABO Oromiyaa guutuu keessatti hidhamaa jiru.

(SQ- Ebla 23/2020)

Barreessaa waajjira ABO Magaalaa Fiichee kan ta’e Leellisaa Adaamuu guyyaa kaleessaa Ebla 22/2020 Magaalaa Sulultaatti humnoota Mootummaan qabamee hidhamee jira.
Mootummaan miseensota ABO adamsee hidhuu, Ukkaamsuu fi ajjeesuu kan duraanirra daran Oromoota yaaddessaa jira.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo


“System” mootummichaatu akkana


Abbaan dabaree kunis geggeeffameera. Who is next?


Ato Abiy Ahmed’s  Government is 100% Neftegnas!!!