Oromoon akmitti jiraa Abiy Ahmed ( nafxanyaa) jalatti?Guyyaa 5 keessatti…

Oromoon akmitti jiraa Abiy Ahmed ( nafxanyaa) jalatti??

Guyyaa 5 keessatti…
“Baankiin Daldala Itiyoophiyaa liqii sirra jiru birrii Mil.45 ammaaf ammatti kaffaltu malee jedhee hudhee naqabe. Gaafan Liqii Baankichaa kaffalu Ministeerri daldalaa buna yeroon hin gurgurre jechuun battalumatti dhufee Man-kuusaakoo Buna gabaa alaaf dhiyaatu mara waliin saamse. ECX seeraan ala buna bichisiifte jechuun hayyamnin bittaa fi dhiheessii bunaa irratti qabu battalumatti akka haqamu murteesse. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa Investimentiif naaf kenname irratti hin misoomsine jechuun na harkaa fudhate.

Ministeerri Galiiwwanii galii mootummaa birrii mil.30tu irra jira jechuun maallaqnin baankiitii qabu marti akka hin sochoone, baankonnis akka maallaqa naaf hin liqeessine baankota 16 biyyattii keessatti argaman maratti dhorkii barreesse. Kun hundi kan ta’e guyyaa 5 keessatti. Nan machaa’e, nan kufe. Kana qofaan hin dhaabbanne, Konkolaattota Marchadiisii 130 harkisa isaanii waliin na jalaa gurguran. Sibiilan alaa galchu toonii 300 ol buufata doonii Jibuutii irraa gaaffii tokko malee fe’anii gurguran. Maatii koo mana keessaa yaasanii mana jireenyaakoo Finfinnee Booleetti argamus gurguran. Maal taatan jedhee yoon gaafadhu Ÿebelay Akaaliitu nu ajaje jedhu”.

Osoo homaa narraa hin qabaatin nama kaappitaala Birrii Biiliyoona 4 sochoosu qullaatti na hanbisan. Lubbuu kootiif sodaadheen maatii koo waliin Ameerikaatti bade. Taaksii oofuu eegalus itti baruu hin dandeenye. Dhimmikoo har’as furmaata dhabee, qabeenyakoos dhabeen hojiin ala ta’ee jira” Mudannoo Obbo Mulunee Kakaa naaf qoodan keessaa kan fudhatame.” Yihun Engidatu Obbo Mulunaa Kaakaa dubbisee gabaase.

Via: Jawar Mohammed


Yeroo amma kana Aanaa Guduruu,kombolchatti. Obboo Darajjee Dhaabaa,obboo Luluu Nagaraa,fi Obbo kabbadee Dhaabaa akkuma duraani ammas mana hidhaatti erga galfamanii guyyaa shanaffaa isaaniiti. Deggaraa ABO dha,Loltoota bosonaa(WBO) faana hariiroo qabdu jechuun mana hidhaatti galchani jiru.

Chaltu Takele Abetu


Gazx…Obbo Geetaachoo! Akka Mootummaa Oromiyaatti SHANEEN eenyu

Geetaachoo… An Shaneen beeku !!

Oromsis Elemo


Ani banamuu isaatiillee miti,kan na gubu yoma ijoolleen oromo ufiin jettu,#YouTube San #subscribe gootee mallaqa waalitti qabdeef harkuma keenyaan nu arrabsitu qofan gubadha!

Guyyaa lamaan boodaa osoo dhaqxee laaltee ijoollee teenyatu warra irra #subscribe godha dhugaa rabbi
Kanatu nama guba akka abiddaa

Feizah Ahimed


Osaka in no mood to back down on support for Black Lives Matter

Jack Tarrant
FILE PHOTO: Tennis – WTA Tour Finals

By Jack Tarrant

TOKYO (Reuters) – Naomi Osaka, the world’s highest paid sportswoman, says the voices of prominent athletes can be more influential than those of politicians and is determined that hers will be heard on the subject of racial injustice.

The two-times Grand Slam champion has faced a backlash on social media after throwing her support behind the Black Lives Matter (BLM) protests in the wake of the death of George Floyd, an unarmed black man who died in police custody on May 25.

The 22-year-old Osaka, who has Japanese and Haitian parents but grew up and lives mostly in the United States, says she has no intention of backing down and hopes to help drive real and permanent social change.

“I’m vocal because I believe in the movement and want to try to use my platform to facilitate change,” Osaka told Reuters via email.

“George Floyd’s murder and the situation generally in America has had a big impact on me.

“Being silent is never the answer. Everyone should have a voice in the matter and use it.”

The death of Floyd while he was in the custody of the Minneapolis police has sparked worldwide protests against racism and calls for reforms of U.S. law enforcement.

Osaka said she had marched in Minneapolis and attended other Black Lives Matters protests in Los Angeles, where she lives.

She says the climate has changed considerably since quarterback Colin Kaepernick took a knee during the national anthem before a 2016 NFL game and paid for his protest by being ostracised by the league.

“Colin has been putting this message out since 2016. It took a pandemic, an economic crisis and a torturous murder on camera, all at the same time, for people to really hear him,” she said.

“It shouldn’t have been that way. If the NFL wants to show that they really care the first thing they should so is take a knee together and give Colin his job back.

“That some people have said we as athletes should stick to sports is really insulting.”

National Football League Commissioner Roger Goodell said last week the league had made mistakes in not listening to players and encouraged them “to speak out and peacefully protest”.

“HATEFUL AND SAD”

In response to her comments on social media, Osaka has been told to “stay in her lane” and focus on tennis but has chosen to respond to her critics with argument and a few amusing GIFs.

“I probably shouldn’t read all the trolling but it’s hard to avoid,” said Osaka, who has over a million followers on Instagram.

“Using humour is definitely one mechanism to expose these people … Calling them out for their ignorance and racism is also worthwhile sometimes.

“I’m more sad for them than myself – to be so hateful and ignorant can’t be an easy way to live life.”

Osaka said racism needed to be challenged all around the world and was delighted to see Black Live Matters protests in Japan, the country she represents on the international stage.

On Tuesday, Japanese public broadcaster NHK had to apologise for an animated video aimed at explaining the U.S. protests which sparked outrage for its depiction of black Americans. [M1L4N2DM254]

Osaka retweeted the video with a GIF expressing bewilderment.

“We have been trying for hundreds of years and a change is long overdue,” she said.

“I do think this time there is a different feel and energy, and the protests are so far reaching. There have even been BLM marches in Japan! That makes me so happy.

“So I’m hopeful for change, I’ll keep campaigning for change, and I demand a better future for the next generation.”