Oromoo ko yeroo hunda daandii cufuu fi hirrira bahuun faayidaa hin qabu

Oromoo ko yeroo hunda daandii cufuu fi hirrira bahuun faayidaa hin qabu. 

Ayub Lee Sparta

Daandii cufuu fi laganna gochuun kanan dura itti milkoofnee ta’a. Ammaa garuu harka kana itti milkaahuu dhabuu waan dandeenyuf tooftaa bira nu barbachisaa.

Qeerroon biyya qabsoo kenyaa kara Finfinnee fidu qabna. Qabsoon magaaloota kessaati ji’aa 2f godhanirra kan Finfinnee kessaati torbaan 1 godhantu caala maalifuu Economy biyyattii %65 Finfinnee kessaa waan jiruf.

Finfinneen cufamtee ummaanni beelayuu, dheebochuu, rakkachuu qaba Bishaan, nyaataa fi ibsaanis Oromiyaa irraa dhaquuf dhabuu qabna. Toofta kanaan Akka salphatti injifachuu dandeenya.

Warri alaas hirrira bahuun qoftii furmaata hin ta’u. Isiinis toofta jijirachu qabdan Obboleyyaan kessaan kan biyya jiran hidhachiisuuf itti yaadu qabdan.

Warrii hoggantoota waan kana sirritti itti yaadu qabdan.

Yaya Beshir
Tsegaye ararssa
Henok G. Gabisa


Come again? What was the purpose of the photo? Hmmmm

Muu..ammaa Eritrean🇪🇷illee biyyaa tattee ummataa isheetti yaadee Oromiyaa keessaa bahaa keessaa hinsocha’inna jetti.
Finfinne Magaalaa guddoo oromiyaa fi dachee oromiyaa ta’uu walallitte finfinne keessaa hinbahina jetti….Qeerroo power…akkasii firaa Biltsiginna Isaayyaas Afawarqii Eritrea 🇪🇷illee sodachisa
what about Finfinne? I think that you forget that Finfinne is capital city of Oromia………. ~ Naol Nafyad Oromia

OMN: Oduu Amma Nu Gahe

Our struggle is what unite us, our resilience & persistence is what will bring us to victory. #OromoProtest #OromoRevolution #HaacaaluuHundeessaa #FreeOromia

Tamam Waritu


 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.