WAYYANEEN GALAANA saba Oromoo kana erga gaafa irreechaa

WAYYANEEN GALAANA saba oromoo kana erga gaafa irreechaa irraa rifattee, hardha gaafa AWWAALCHA GOOTICHA OROMOO KOLONEL H/ ALIYYII CIRRIIs dabalattee jennaan . kana booda akka jireenyi ishee itti dukkanayee , XAYYAARAAN OROMIYAA keeysaa waan itti dhufuuf deemuu , ciisa dhabdee hordofuu eegaltee jirti………

ALIYYI CIRRII HARDHALEE NI JIRA. HANGA NU DHIISTANII NURRAA BAQATANII BAATANITTI NUS ISIN HIN DHIISNUU…..”